Nasraan Ustaaz Ibsaadhan Jaaladha jechuun Iyyaa Jirti. Maaltu Dhimma Kana Ajandaa taasise?
Aadde Nasraan Kan Dhimma Kana Ajandaa Godhatteef,akka Tasaa Ustaazonni Bakka Dhimma Gargaarsa Madarasaa Bilaalif Tumsa Gaafataa Jiranitti Qoosuma Keessa Mee shamarran Harargee Ustaaz Ibsaa Jaalattan Harka Baasaa Jennaan,Aadde Nasraan Ana jette Biyyi Aadde Nasraatti duula bane.
Sababaan Duula Kanaa Ammoo Aadde Nasraan Ustaaza Xiqqaa kanaan Akkamitti Natu Heeruma jetti Kan jedhuudha ture. Dubbiin Oowwitee lafa balleessite. Hundaafuu Dubbichi Qoosaadha malee dhugaa miti. Aadde Nasraan Ajandaa Uumuf malee Yoo Maraatte malee waa Ustaaz Hin kajeeltu Kan jedhu waa nama tokkoof lamaa miti.

Hundaafuu Rabbiin Akka Fedhu qaba. tanuma Sababa godhee Aadde Nasraa Yoo Nuuf qajeelche Maalitti Beeyna,Rabbi Haa milkeessu Garuu Manaaba Garii Keessaa Osoo Dammaqanii Gaaridha😂 Yaada keessan nuuf katabaa Ulfaadhaa Galatoomaa Horaa Bulaa Deebanaa. #UnitedOromia
Kun rakkoo hangas hundaa oddeeffamuu miti,ishin akka nama diinaa rabbii jaalatan tokkotti uustaz Ibsaa jaalachuu dandeessi.garuu waan hangas hundaa hoo’isaan dubbatani miti.waan jaalattefis isumaa fi rabbitu beekaa.
LikeLike
Kun ni rakkoo hangas hundaa dubbatamu miti,garuu isin akka nama diinaa rabbii jaalatuti uustaz Ibsaa jaalachuu dandeessi garuu waan jaalatef isitu beekaa hangas hundaa hoo’isaan hin jirtuu.
LikeLike