Nasraan Ustaaz Ibsaa Jaalachuu Mirga qabdi Garuu Maqaa Ustaazaatin Qoosuun hin tahu beeki

Nasraan Ustaaz Ibsaadhan Jaaladha jechuun Iyyaa Jirti. Maaltu Dhimma Kana Ajandaa taasise?

Artist Naaraa Gursum Ustaaz Ibsaa Natti Fuudhaa jechaa jirti.

Aadde Nasraan Kan Dhimma Kana Ajandaa Godhatteef,akka Tasaa Ustaazonni Bakka Dhimma Gargaarsa Madarasaa Bilaalif Tumsa Gaafataa Jiranitti Qoosuma Keessa Mee shamarran Harargee Ustaaz Ibsaa Jaalattan Harka Baasaa Jennaan,Aadde Nasraan Ana jette Biyyi Aadde Nasraatti duula bane.

Sababaan Duula Kanaa Ammoo Aadde Nasraan Ustaaza Xiqqaa kanaan Akkamitti Natu Heeruma jetti Kan jedhuudha ture. Dubbiin Oowwitee lafa balleessite. Hundaafuu Dubbichi Qoosaadha malee dhugaa miti. Aadde Nasraan Ajandaa Uumuf malee Yoo Maraatte malee waa Ustaaz Hin kajeeltu Kan jedhu waa nama tokkoof lamaa miti.

Aadde Nasraa Gursum Ustaaz Ibsaa Jaalatte

Hundaafuu Rabbiin Akka Fedhu qaba. tanuma Sababa godhee Aadde Nasraa Yoo Nuuf qajeelche Maalitti Beeyna,Rabbi Haa milkeessu Garuu Manaaba Garii Keessaa Osoo Dammaqanii Gaaridha😂 Yaada keessan nuuf katabaa Ulfaadhaa Galatoomaa Horaa Bulaa Deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

2 thoughts on “Nasraan Ustaaz Ibsaa Jaalachuu Mirga qabdi Garuu Maqaa Ustaazaatin Qoosuun hin tahu beeki”

  1. Kun rakkoo hangas hundaa oddeeffamuu miti,ishin akka nama diinaa rabbii jaalatan tokkotti uustaz Ibsaa jaalachuu dandeessi.garuu waan hangas hundaa hoo’isaan dubbatani miti.waan jaalattefis isumaa fi rabbitu beekaa.

    Like

  2. Kun ni rakkoo hangas hundaa dubbatamu miti,garuu isin akka nama diinaa rabbii jaalatuti uustaz Ibsaa jaalachuu dandeessi garuu waan jaalatef isitu beekaa hangas hundaa hoo’isaan hin jirtuu.

    Like

Leave a reply to Kemal Mohammed Cancel reply