Nama Kadhataa Kadhattuu namaan jedhaa?

Kamaal Abdallaa Jedhama. Nama Oromoof Ajandaa Baasun Sadarkaa Duraatti argamu tahuu Ummanni Oromoo Ragaa baha. Sababaa inni Ajandaa Baasuu Jaalatuuf Namni Hubate hin jiru. Haa tahuu malee Gaafa Dhimmi Ummataa Dubbatamuu eegaluu fi Oromoon Saba Isaatif Sagalee tahuu jalqabu qofa Ajandaa Tolchee dhufa. Ajandaa isaa Namoota beekkamtii qabaniifi kanneen hin qabnes Irratti hirmaatuun yeroo garii Manguddummaa jedhee olii fi gadi deemaan Yeroo garii isuma kana Kadhatuuf Ajandaa biraa baasan. Kunis taheesun Obbo Kamaal Abdallaa Namni jedhamu kun Osoo dhukkubsatuu hunda Tiktok seenun Ajandaa ummataaf tolcha.

Kamaal Abdallaa Jedhaniin Namoonni Sababa Inni Areeda magarsee deemuf sheeka jechuun waamu
Obbo Kamaal Abdallaa Tiktok irratti Adabbii fudhatuuf Filtarii Shamarran kaayatanis Yeroo kaayatee dhiichisuutu muldhata namoonni hedduun Namni Ani sheeka ofiin jedhu kuni maalif Akkana Taha jechuun Yaada garagaraatin Maqaa isaa yeroo baayyee yaamaa oolan

Walumaa Galatti Dhimma Linkii isaa gaditti agartan kanaan Sababa inni Ajandaa jidduu kana Oromoof Irra deddeebin baasufi Maalif Akka Mubaarak Musammaa Irratti duula bane Akkasuma Tapha Gabaabaa Makii Oro waliin taasise kana Ittiin Booharaa. Dhimma Kadhattuu fi Rakkataa jedhus hiika isaa Video linkii jalarra jirurraa hubattu Dhaggeeffadhaa waliin gahaa galatoomaa

Rakkataa fi Kadhataa Yookaan Kadhattuu Afaan Kamiin Namaan jedha? Dhugaa Nama dhiba
Turtii Kofalchiisaa Garalaafoo fi She kamaal waliin Dhimma sadaqaa irratti taasifnee fi Tapha Gabaabaa Gorsa ofkeessaa qabu Kan Kamaal Abdallaa Makii Oro waliin taasise dhaggeeffadhaa Ergaa qaba waan taheef waliin gahaa galatoomaa
https://youtu.be/jfMmfR97hcc

Makii Oro fi Raachuun Dhuguma Wal jaalatu fakkaatu

Namoonni Baayyeen Makii Oro fi Raachuun waan qoosaa jiran fakkaatu jechuun Yeroo baayyee Yaada kaasuun qoosaa turan. Haa tahuu malee Dubbiin Akkas miti fakkaata. Jidduu kana gargar fagaatanii Namoonni Isaan jaalatu baayyee isaan yaadaa turan. Eda galgala Marii Gabaabaa Taasisan kanaan Akka Jaalala dhugaa keessa jiran takkatti yeroo wal qaanfachaa Jechoota jaalalaatin Wal dubbisantu dhagahame Guutuu haasaha isaanii Linkii Jalaa kanaan Dhaggeeffadhaa yaada keessan Nuuf katabaa galatoomaa.

Aslii Mohammed Makii Oro Natti fuudhi jedheen

Video Taphaa Kanaa Linkiin Gama jalaa jira Obboleessi Keenya Aslii Onnee Sabaa yookaan Asladdiin Mohammed Intala Biyya Isaa Irraa Jaalalalli na qabe jechuun Qoosaa Isaatin Ummata Kofalchiisee Booharsaara. Makii Oro Intala Oromoo Lafaa kaaftee Dabbaa hin laalin jechuun Gorsa kenniteef. Raachuu Fi Baaliyaakeen Makii Oro Irratti Qoosaan Hin Jiru waliin jechuun Tapha Jaalalaa Akkuma Ittifufanitti jiran Boohartii gaarii

#UnitedOromia Tapha Jaalalaa Makii Oro Aslii fi Raachuu Akkasuma Aziizaa Dabalate Ittiin Booharaa waliin gahaa galatoomaa #Oromo

Shira Mubarak irratti shirame

Obboleessa Keenya Mubaarak Musammaa Irratti Gareedhaan Mariyatanii Shira xaxan jechuun Atakaaroon Gidduu kana Uumamee Ture Guyyaa Arraa Mana Mubaarak Musammaatti Namoonni Shira keessa Harka qaban jedhamuun shakkaman Obbo Kamaal Abdallaa fi Obbo Qawwemaleen Hirmaatun Dhugaa Lafarra jiru dubbatan Dhaggeeffadhaa dhimma kana Asumatti Gabaabaabsaa Oromoo Dhimma sabaa irratti xiyyeeffadhaa Galatoomaa.

Namoonni Atakaaroo kana Akka uumamuuf sababa Tahan Tokko Kamaal Abdallaa Jedhamu. Kan biraa Qawweenalee jedhama Wanta Isaan Seenudhaan Mubaarak biratti dubbatan kana linkii jala jiruun daawwadhaa Dhaggeeffadhaa galatoomaa.

Sagantaa Bashannanaa Funny Oromoo Comed Hiriyaa Jaalalaatin

Akkuma Taphaatti Eegalame Amma Ummata Keenya Biratti Jaalatama Guddaa Argateera.
Sagantaan Hiriyaa Jaalalaa Namoota Dandeettii Comedy Hojjatuun Namoota Kofalchiisan Yoo Injifatan Kan Badhaasa Itti Badhaasudha.

Qopheessaa fi Hirmaachisaan Sagantichaa Obbo Haroo Yoo Tahu Akka Obbo Haroon Jedhanitti Sagantaa kanaan Ummata Keenya Namoota Kofalchiisuu Dandahan Dorgomsiisee Nama Injifate Badhaasa Doolaara Dhibba Lamarraa Hanga Kumaa Badhaasuu Dabdaha jedhe.

Oromoon Yeroo baayyee Boohuu Malee Kofluu Irraanfate waan taheef Ummanni Keenya Akka Bioharu Akka Koflaan Guyyaa Sanbata Guddaa Galgala Yeroo isaa nuwaliin Dabasuu fi Carraa kanatti Fayyadamnee Artiin Oromoo akka guddatuuf Maqaa Hiriyaa Jaalalaatin Qophii kana hundeessine jechuun Dubbate.
Sagantaa Kana Hundi keessan Akka hirmaattanii Ittiin Booharaa Artii Oromoo Guddisurratti Hojjattan Afeeramtanii Jirtan Itti dhihaadhaa Boohartii gaarii waliif dabarsaa Galatoomaa Oromoo https://youtu.be/KObaf1jw8rs

Video Amma Linkii Kanarraa Agartan Sagantaa Guyyaa Kaleessaa ture. Namoota Dabdeettii Comedy Hojjatuun Ummata Tajaajilaa bashannansiisuu dandahu hundi keessan Sagantaa kanarratti dorgumuu akka dandeessan Obbo Haroon Yeroo garagaraatti Ibsa kenneera. Kanaafuu Hirmaadhaa Hiriyoottan keessaniifis dabarsuun hirmaachisaa isiniin jenna galatoomaa Ulfaadhaa Unitedoromia
Kutaa Kanaan Qophii Guutuu Gaafa Sanii Daawwattu Oromoo Comedy Kanaan Booharaa Yaada keessanis nuuf katabaa galatoomaa Oromoo

Ani Farshoo Dhugeen Amane malee jaaladhee miti jette

Maqaan Ishee Freew jedhamti. Dhiheenya Amantaa Muslimaa Akka qabattee turtee fi Maqaa Hidaayaa jedhamus akka kennameef himuun rakkina Amantaa ishee geeddarteefis Himataa turte. Amma garuu Farshoo Dhugeen Osoon hin beekin Amantaa Muslimaa seenee ganama Biyya haarawattin uf arge jechuun dubbatti
Haa tahuu malee haalli ture Ajandaaf akka tahe xiinxaltoonni dubbatu Yaada Isheen kennataa turte linkii gubbarra jiru kanaan daballee dhiheessineerra Obsaan Dhaggeeffadhaa waliin gahaa Galatoomaa Oromoo koo isin jaalanna Unitedoromia

Oromoo Geema Tiktok Taphatuun Galii Guddaa Argataa jiran

Oromoon Dhimma Isaa Dagachuun Dhimma Namoota dhuunfaa Dhimma Isaa godhatee Tiktok irraa Duula Nama dhuunfaa Tujjaaromsuu Hojjataa jira.

Ilmaan Oromoo Tiktok irraa geema Taphatuun Galii Gurguddaa Argataa Jiran. Fakkeenyaaf Obboleessi keenya Abbaa Abdii Jedhamuun beekamu Geema Warra Ollaa Waliin Guyyaa Kaleessaa Taphateen Yoo Xiqqaate Doolaara Ameerikaa Kuma Kudhan Argateera. Akkaataan Itti Birrii Tiktok kana Argatan Namoota Lama waliin Taa’anii Daawwattoota Isaaniin Taptap godhaa jechuun gaafatu. Namni tokko taptap qofa gochuun Gara point sadihii galcha. Namoota Abaaboo sadi kennuu waliin Walqixa taha jechuudha. Abaaboon kennaa Tiktok irratti Namaaf kennamu keessaa isa tokko. Akkaataa Kanaan Kan kennaafi Taptap jedhamu sana baayyinaan argate Nama Isa waliin taphatu yoo caale isaatu Moohate jechuudha. Fakkeenyaaf yoo Nama waliin taphatu Kuma tokkoon moohate kana jechuun Doolaara Ameerikaa Shan argate jechuudha. Yoo miliyoona tokko argate ammoo Doolaara Kuma shan Argate jechuudha.

Abbaa Abdii fi Frewnintala jedhamtuudha
Abbaa Abdii Fi Intala Geema guddaa waliin taphatee moohameedha. Akkasuma Makii Oro fi Bahaliyaakeedha Namoonni suura kana keessaa muldhatan

Obboleessi keenya Abbaan Abdii Intala Kaleessa waliin Taphatan Sanaan Injifatame. Intalli Pooyintii miliyoona lamaafi wahi argatte, Inni Garuu Pointii Miliyoona 1800,000 oliin Lammaffaa bahe kana jechuun Intalli Doolaara Ameerikaa 10K argatte inni ammoo tapha kana qofarratti doolaara Ameerikaa 9500 olitti tilmaamamu argate. Haa tahuu malee Abbaan Abdii Erga Aaree bahe booda deebi’ee Taphatuun Poyintii gara kuma dhibba Afurii olii sassaabateen Galiin Inni Walii gala argate Doolaara Kuma Kudhanii Olitti Tilmaamama. Tahus garuu Oromoon akkamitti Na moosisuu didde jechuun Komii qabu Dubbataa ture. Yaadadhaa Oromoon Yeroo Ammaa kana Rakkoolee dhimma sabaa baayyee Kan silaa irraa dubbatuu qabu hedduutu jira tahullee Ajandaa Tapha Abbaa Abdii kana Hojii Godhachuun,Oromoon dhimma ofii dagatee Dhimma Anama dhuumfaa sooromsuu Ajandaa godhatee dhiichisaa jira jechuu isin hubachiisuu feena Waan dubbiftaniif galatoomaa Viidiyoo linkii gubbaa jiruun Dhaggeeffadhaa waliifis dabarsaa dhimma keessan Irratti xiyyeeffadhaa isiniin jenna horaa Bulaa deebanaa Unitedoromia

Welcome to United Oromia

Individually, we are one drop. Together, we are an ocean.

United Oromian Dhimma Oromo fi oromia irratti xiyyeeffatuun Baayyinaan hojjata.

United Oromia is an Oromian Online Entertainment Video creator and many more about Oromo and oromia

Artii Oromo Irratti Baayyinaan Kan xiyyeeffannuu fi seenaa keenya Dhokatte,qonnee baasuun Ummata keenyaaf qofa Osoo Hin tahin Addunyaaf Muldhisuuf Ni tattaafanna. Haqaa fi Dhugaa Ummata Keenya Oromoo Addunyaaf Ibsuuf Waan dandeenyu Hunda Ni goona. Nu jajjabeessaa Yaada keessan Nuuf qoodaa Galatoomaa

Standard Format with Featured Image

The few stars left below the seaward frown of the vault shine feebly as into the mouth of a black cavern.

At night the body of clouds advancing higher up the sky smothers the whole quiet gulf below with an impenetrable darkness, in which the sound of the falling showers can be heard beginning and ceasing abruptly—now here, now there. Indeed, these cloudy nights are proverbial with the seamen along the whole west coast of a great continent. Sky, land, and sea disappear together out of the world when the Placido—as the saying is—goes to sleep under its black poncho. The few stars left below the seaward frown of the vault shine feebly as into the mouth of a black cavern. In its vastness your ship floats unseen under your feet, her sails flutter invisible above your head. The eye of God Himself—they add with grim profanity—could not find out what work a man’s hand is doing in there; and you would be free to call the devil to your aid with impunity if even his malice were not defeated by such a blind darkness.

Other sizes — Large, Medium, Thumbnail stay inside this column.
Other sizes — Large, Medium, Thumbnail stay inside this column.

The shores on the gulf are steep-to all round; three uninhabited islets basking in the sunshine just outside the cloud veil, and opposite the entrance to the harbour of Sulaco, bear the name of “The Isabels.”

There is the Great Isabel; the Little Isabel, which is round; and Hermosa, which is the smallest.

Standard Format Without Featured Image

The Violas had them in their ears as though invisible ghosts hovering about their chairs had consulted in mutters as to the advisability of setting fire to this foreigner’s casa.

The mob, driven away from the Custom House, had broken up into several bands, retreating across the plain in the direction of the town. The subdued crash of irregular volleys fired in the distance was answered by faint yells far away. In the intervals the single shots rang feebly, and the low, long, white building blinded in every window seemed to be the centre of a turmoil widening in a great circle about its closed-up silence. But the cautious movements and whispers of a routed party seeking a momentary shelter behind the wall made the darkness of the room, striped by threads of quiet sunlight, alight with evil, stealthy sounds. The Violas had them in their ears as though invisible ghosts hovering about their chairs had consulted in mutters as to the advisability of setting fire to this foreigner’s casa.

It was trying to the nerves. Old Viola had risen slowly, gun in hand, irresolute, for he did not see how he could prevent them. Already voices could be heard talking at the back. Signora Teresa was beside herself with terror.

“Ah! the traitor! the traitor!” she mumbled, almost inaudibly. “Now we are going to be burnt; and I bent my knee to him. No! he must run at the heels of his English.”

She seemed to think that Nostromo’s mere presence in the house would have made it perfectly safe. So far, she, too, was under the spell of that reputation the Capataz de Cargadores had made for himself by the waterside, along the railway line, with the English and with the populace of Sulaco. To his face, and even against her husband, she invariably affected to laugh it to scorn, sometimes good-naturedly, more often with a curious bitterness. But then women are unreasonable in their opinions, as Giorgio used to remark calmly on fitting occasions. On this occasion, with his gun held at ready before him, he stooped down to his wife’s head, and, keeping his eyes steadfastly on the barricaded door, he breathed out into her ear that Nostromo would have been powerless to help. What could two men shut up in a house do against twenty or more bent upon setting fire to the roof? Gian’ Battista was thinking of the casa all the time, he was sure.

“He think of the casa! He!” gasped Signora Viola, crazily. She struck her breast with her open hands. “I know him. He thinks of nobody but himself.”