Mariin Araaraa WBO Fi Mootummaa Gidduu Marsaa 3ffaan Akka Itti fufu Obbo Shimallis Gaafatan.

Mariin Araara WBO Fi Mootummaa Gidduu Biyya Tanzaaniyaatti Yeroo lamaaf Xumurarra Osoo Hin Gahin Hafeera.

Marii Araara WBO Fi Mootummaa Gidduu Marsaa 3ffaan Akka Itti fufuu qabu Obbo Shimallis Gaafate

Presdaantiin Mootummaa Naannoo Oromia Obbo Shimallis Abdiisaa Guyyaa Kaleessaa WBO Gaafi Seermaleessaa Gaafatan Kana Sirreessuun Marsaa Sadaffaan Akka Itti fufuu qabu gaafataniiru.

Obbo Shimallis Abdiisaa Marii Araaraa Marsaa 3ffaan Akka Itti fufuu qabuuf WBO’f waamicha taasis
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment