Asladdiin Mohammed Shamarran Biyya Ollaa India Nepal waliin Tapha Taphate. Tapha Kanaanis Shamarran,Muxannoo Dhiichisaa qaban Sirbaato Afaan Oromo Akka Sirban Gaafatuun Sirbisiise.
Sirboonni Sirbaman Bulloo,Naannawee,Boontuu wallaggaa,Jimmittiikoo,Baale Bu’aa,Sirba Aadaa oromo Arsii, Abbaan koo Duru Jagna Sirba Aadaa Oromoota Iluu,Bareedduu Booranaa Fi Kanneen kana fakkaatan Baayyee Sirbisiisuun Ummata Baayyee Booharse.

Hubannoof Yeroo jalqabaaf sirba Maxxansuu kiyya. Website Irratti kanaan Dura Video maxxansee hin beeku. Yoo kan Maxxanu tahe Itti yaaluf maxxansuu koo Naaf Hubadhaa Jechaa Viidiyoon Asirratti Maxxanse kuni Yoo Kan Taphatu tahe Nu Hubachiisaa Xiqo booda Linkiin Bakka Buusa waan taheef Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia