Gidduu Kana Gama Ajandaa Guddaa Tokkootu Ture. Innis Shamarran Sheekkota Jaalanna Jechuun Miidiyarraa Iyyan Kanneen Ilaallata. Akka Ilaalcha Kankeetitti Yaada Shamarran Sheekkota Jaalanna Jedhanii Ummataaf Ajandaa Uuman Kana Akkamitti Ilaalte jechuun Shamarree Asuu jedhamtu Gaafatuun eegale.
Asuunis Ani Akka dogongora tahettin ilaala jechuun deebifnaan,Maalif jechuun Gaafate. Shekkota Haadha warraa fi Ijoollee Qaban Asirratti Bahanii Jaalanna Jechuun isaanii sirrii miti jechuun Deebiftef. Sheekkonni Lammeeffatuu Ni dandahan mitii jechuun irra deebiin gaafate. Eeyyeen dhugaadha garuu Shamarran kanneen tiktok irraa dhiichisan kanaaf Warruma Akka Isaanii wanti tahu hin jiru yaada jedhuun Sheekaf deebifti.
Garuu Ibsaan Suni Nama Dardarallee fakkaata tahullee garuu Nasraan Hin Malu. Namni Tik tok irraa dhiichisu namuma Akka isaa Laallattuu qaba jetteen. Shamarran Kunniin Bakka Isaanin Hin Malle dhaabatan jetteen. Maali Ati Sigaafannan,Nama Ilmii qabu Fedha naan hin jennee jechuun Sheek Riyaad Irra Deebiin Gaafata. Eeyyeen siin jedheera. Sababnis Akka Namni Ilmii barate Na barsiisu waan fedheefi jechuun Deebifnaan, maaliree isaanis Akkasuma irraa baratuuf hawwanii tahuu mala jedheen sheik Riyaad.

Ani Akka Sheik Riyaaditti Shamarran Sheekkota Irraa Jaalalli Nu qabe jedhan kunniin waanuma Gaari hawwan jechuun dubbatee, garuu Miidiyaa Irratti Bayanii Abalurraa Jaalalli Na qabe jechuun isaanii Badii Guddaadha jedheen. Kanaafuu Yoo Sheekkotarra Jaalalli Isaan qabellee Keessaan Himatuuf Haa yaalan malee Lammada Miidiyaa Irratti baatanii Akka Maqaa Sheekkotaatin waan jaalala hin dubbanne gorsaniiru.
Sheik Riyaad Gammadaa Kanaa fi Kan biroo baayyee irratti Yaada Kennatuun Asuu waliin Afgaafii Barnoota ofkeessaa qabu Baayyee Taasisaniiru. Guutuu Afgaafii kanaa Olirraa Dhaggeeffadhaa Yaada keessan Nuuf Kennaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #Unitedoromia