Yoo Jaalattan Akka Jawar Mohammed Kanatti Jaalaan Qabadhaa Nutti Agarsiisaa jechuun Kan Yaada kennataa jiru obbo Kaab Buttaa yookaan Hordofaa Mohammed jedhama.
Dubbii Suuraa Obbo Jawar Mohammed fi Aadde Ilillii Ijoo Miidiyaa Hawaasummaa Kan Tahe,Irreecha Bara 2023 kana Sababeeffachuun Obbo Jawar Mohammed Waggaa 24ffaa Irreecha irratti Hirmaatuu isaa Ibsuun Suuraawwan Aadde Ilillii fi Waahillan isaa biroo waliin Erga Maxxanseedha ture.

Namoonni Suuraa Obbo Jawar Maxxansan Kanarratti Yaada garagaraa kennuun Miidiyaa dhuunfatan. Namoota Kanneen Keessaa Tokko Obbo Hordofaa Mohammed yookaan Sheek Kaab Buttaa jechuun Kan Ofwaamudha ture.
Obbo Kaab Buttaan Qoosaa isaatin Dabaalee Dhimma Suuraa Obbo Jawar mohammed fi Dr Ilillii kanarratti Yaada Kennateen Namoota Baayyee kofalchiiseera. Achuma keessaa shamarran keenyaaf Dhaamsa kofalchiisaa dhaamef kana dhageeffadhaa ittiinis Booharaa yaada keessan nuuf Katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia