Dhiirti Oromo Bara kana Akkuma paastaati maal jechuu? Funny Jecha Suzan Usman

Funny Dhiirota keenyarratti deeme ilaalchisee arraan kana Suzan Lafatti qaban. Maalirra dhaabattee dhiirota keenyaan paastaa jetteen jechuun Kan Gaafi Intala Baadiyyaa yookaan Suzan Usmaanif Gaafi Eegale,Artist Sharmaarkee Adam ture.

Funny dhiirota Oromo akka paastaa jechuun maali?

Osoo Ustaaz Hamzaa Shek Jaabir Jiruu,Osoo Dhirroota baayyee Rakkina qabanis barsiisee Manni Namoota garii sagalee boohichaatin dabaalamee jiruu 😂 Akkamitti Dhiirota Keenya Pasta jettaanin gaafi Artist Sharmarke Adam Suzanif dhiheessedha. Ustaaz Hamzaa Hashimis Aadde Suzan Lafatti Qabee Afaan Aqabachiise.

Funny Dhiironni Oromo Akkuma Paastaa taate maal jechuudha?

Dhimmicha Maalif Akka dubbatellee Aadde Suuzan dhumarra Yaada Kennattee jirti. Maraafuu Sagantaa Kanaan Ummanni Rakkoo Artist Haloo Daawwee keessa jirtu Ibsuuf Ajandaa Akka Godhan Haasaha isaanirraa Hubanne. Artist Haloo Daawwee Ummata Oromootif Waan dandeessu hunda Gochaa Turte. Yeroo Ammaa Kana Adaama Mana Yaalaatti Yaalarra Jiraattullee Gargaarsa Ummatatti Haajamuu Artist Sharmaarkeen Hime.

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment