Jaalalti Jaamaadha Kan jedhaniif Kanaafi. Funny Iftuun Waa’ee Nasraa Gursum Dubbataarti

Taphni Jaalalaa Kan Aamrtist Nasraa Gursum Sheik Ibsaa Jaaladhe jettee eegalte Dhugaa tahuu Iftuun Ragaa Baate.

Funny Artist Ifuun Aadde Nasraan Dhugumarra Akka Ustaaz Ibsaa Jaalatte Ragaa Bayaafi jirti

Kaleessa Suuraa Waliin Hojjachiifne. Dhimma Ustaaz Ibsaa Irratti Artist Nasraan Dhugaa Onneerraa Jaalattee Akka Boohaa Ooltu fi Akka Itti Bilbiltee Iftuu Rakkiftullee Himuun,Suuraa Kaleessa Ijoo Miidiyaa Hawaasummaa Tahe sana Dhuguma Onnerraa Akka Nasraan Hojjachiifte Himti.

Akka Komii Narraa Qabanis Himanii,Yoo dandeesse Karaa Artist Nasraan Ittiin Ustaaz Ibsaa Argatuu Dandeessu Barbaadi gargaari Naan jedhaniiru. Kan Kan Naan Jedhe Artist Iftuu Nuuraa Hoggaa Tahu Iftuun Akka Dhimma Naaraatin hin qoosne fi Nasraan Dhugumaan Ustaaz Ibsaa Hassan Jaalattee Boohicha keessa Akka Galtellee Himti.

Artist Ifuun Aadde Nasraa Gursum Dhugumaan Akka Ustaaz Ibsaa Jaalatte himte. Funny Oromo comedy

Gama Biraatin Dhimma Ishee Kan Qoosaa Tahe Sheek Amin Jaalachuus Akka Dhugaa Tahe Himuun Osoo Ishee fuudhee Gammachuu Guddaan Akka Itti dhagahamulle Himti.

Gama Biraatin Sababa Kanaa Namoonni Baayyeen Yaada Garagaraa Kennaafii Akka jiran himuun,Ustaaza Dhiisi Ilma Isaanii gaafadhu Jechaanii akka Jiran Himtee,Ilmi Isaanii Ilmuma Kiyya Taha Rakkoo Miti jechuunis ijjannoo ishee ifatti beeksiftee jirti. Amma Nuti Maal Gochuu qabnaan Gaafi keenya Yaada Keessan a uuf Katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment