Nasriin Oofuu Ni beeka Makii Oro waliin Tapha Funny

Guutuun Tapha Makii Oro fi Nasrii Aanolee Gidduu kuni isin kofalchiisa.

Funny makii Oro fi Nasrii Aanolee Tapha Kofalchiisa

Taphni Akkasii Kuni Namoota Hojiin Itti Baayyate Muraasa Ni booharsa malee Akka Maalaayaanii Fi Tapha Tahe yookaan Wanti Isaan Waliin Jechaa jiran Kuni Dhugaa Hin tahin Hunduu Ni beeka.

Tapha Kana Akka Ittiin Boohartaniif malee Akka hiika biraa kennitaniif miti Kan Siniif dhiheessineef. Dhaggeeffadhaa Yoo Yaada Qabaattan Nuuf katabaa.

Wanti Oofuu Ni beektaa waliin jedhanis Konkolaataa Oofuu Ni beektaa Jechuudha Malee Hiika Biraa warri itti kennitan Of Kabajaa πŸ˜‚ Maraafuu Yoo isinitti Tole like Akkasuma Hiriyoota keetif Qoodi Itti Bashannansiisi kanuma waan Nuwaliin Turtii taasiftaniif Hedduu Galatoomaa Ulfaadhaa horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Funny Tapha Kofalchiisaa Makii Oro fi Nasrii Aanolee gidduu
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment