Sababa Jaalalli Nama Qabeef Namni Akkamitti Qilleensarraa bada? Gaafi gaafidhaan deebisuuf Makiin Yeroo yaaltudha.

Jaalalli Yoo Na qabe maali Ni’imaa Rabbiiti,jette makii Oro. Hayyee Nama Jaalattee badde san Nutti himiin Gaafi Asliin Gaafatuudha. Tahullee Himuu didde. Asliin Makii Oro Akka Masaanuu Jaalattuuf Hin Jaalanne gaafatuun gaafi isheef dhiheesse.
Makiin Sababa Rakkinni Gama Kiyyaan Uumameef yoo tahe Masaanuu wantin Jibbuuf Hin jiru jechuun deebii kennuu eegalti. Maali Sababni Ati Masaanuu Hayyamtuuf gaafin jettu aslii biraa Dabalataan dhihaattif. Makiinis Yoo Akka Tasaa Ani Nama Hin dhalle tahe,Inni Akka Ilmoo argatuuf Tabiraa Akka Fuudhu nan Hayyamaaf jechuun deebifte.
Yoo akkanumaan taatehoo Masaanuu Ni hayyamtaa jechuun Gaafi Dabalaaf, makiinis Abadan Hin Tahu,Osoo Ana Biraa Wanta Hunda Argatuu,Yoo deemee tanbiraa Alatti Barbaade Dhukkeen irraa kaasa jechuun miira keessa galtee dubbatti.
Asliinis Dhagahi Sittin himaa,Ani waan Ilmoo tiyya taatefi Amala kankee beekuf jecha,Jaarsi kee sirratti fuudha tilmaama jedhun qaba jedheen. Makiin Loltullee sababa jaarsi ishii Irratti fuudhuf keessaa tokko Ati Amala Oowwita,Dhiirti Ammoo shamara Amalli qabbanaahu Jaalata jechuun deebii kenninaanif,Makii Xiqqo malee Kaatetuma hin fiigini,xiinxalli aslii kuni tasuma naaf hin liqimfamu jechuun Komii qabdu ibsatti. Akka Maraafuu Isin Maal jettan dubbii Kanarratti? Yaada Keessan Nuuf Katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia