Dhaamsa Sheik Usmaan Durrii Masjiida Ilaalchisee Shimallisiif Dhaamsan

Ummata Nurraa Lafatti Qabaa,Jechuudhaan Nuuf Bilbilanii Nu kadhataa Jiran Kan jedhe sheik Usmaan Durrii Dhaamsa Ajaa’ibaa Dhimma Masjida Rabbii Diiguu Kanarratti Obbo Shimallis Abdiisaatif dhaaman

Sheik Usmaan Durrii Dhimma Maajida Diiguu kanaaf Dhaamsa Shimallisiif dhaame

Dhimmi Maajida Rabbii Taphaa Miti Jechuun Seenaa Abrahaa Kan Beeytii Rabbii Diiguuf kaanan,Rabbiin Balaa itti Buusee,yaadachiisudhaan Gorsa Kan Eegale,sheik Usmaan Durrii,Mootummaan Naannoo Oromias tahee Kan Fedraalaa (Abiy Ahmed) Saffisaan Gochaa Suukanneessaa Maajida Rabbii Diiguu Amma eegalan Kana Akka dhaaban Gorseera.

Dhimma Masjidaa ilaalchisee Sheik Usmaan Durrii Mootummaa Naannoo Oromia Obbo Shimaliisiif Dhaamsa Dabarse

Sheik Usmaan Durrii Amantiin Tapha Hin Taatu Ummanni Muslimaa Amantii isaatif Osoo Hin Waamamin,Fedhii isaatif,yookaan Jannata Rabbii Argatuuf wal-dorgomaa Kana Beekaa jedhee Kan Yaadachiise,Saffisaan Maajida Diigame kana Bakkatti Deebisuun Kan Hafes Akka Hin tuqne gorseera. Haasaha Kuxbaa sheik Usmaan Durrii Linkii Olirra Jiruun Dhaggeeffadhaa Yaada keessan Nuuf Katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment