Miseensi Paarlaamaa Obbo Hangaasaan Sababa Shimallis Masjida Diiguuf hime

Miseensa Paarlaamaa Ethiopia Kan Tahe Obbo Hangaasaa Ahmed Ibraahim Sababa Mootummaan Naannoo Oromia Bulchu,diigumsa masjidaa jabeessef hime.

Obbo Hangaasaa Ahmed Ibrahim Sababa Masjiida diiganiif Hime

Yaadadhaa Jechuun Dubbii Kanaan Dura Obbo Shimallis Abdiisaa Dubbatan Ummata Yaadachiisee,Dhimma Diigamuu Masjidaa kana Jajjabeessee Kan Haasahe,obbo Hangaasaa Ahmed Ibrahim Sababa Mootummaan Naannoo oromia Masjida Diiguu irratti xiyyeeffateef Lafa kaahee Ummataaf Himeera. Akkasuma Ibsa Kaleessa Dhimma Diigamuu Manneen Amantaa fi Manneen Dhuunfaa ilaalchisanii Baasanirratti Jecha Finxaaleyyii jedhu,Ulamaa’ota keenyaan Akka jedhan Dubbateera.

Obbo Hangaasaan Dhimma Diigamuu Masjidaa Sababa Mootummaan Diiguf himeera

Obbo Hangaasaan Dubbiin Amantii Salphaa Akka Hin tahin Himuun Ummanni Kabajaaf Hanga Arraa Isin Obse malee sodaafi miti jechuun himeef. Kanaafuu Gaafii Ummataa Saffisaan deebisuu akka qabanis dhaamefii jira. Akkasuma Jecha Fokkuu Ulamaa’ota keenyaan Yaaman Kanaaf Dhiifama Gaafatuu Akka qaban gorseera. Guutuu Haasaha Obbo Hangaasaa Ahmed Linkii Olirra Jiruun Dhaggeeffadhaa yaada keessan Nuuf katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment