Namoota Diigama Maajidaa Deeggaraniif Aslii fi Maammeen Deebii kennan

Oromoon Tokko. Kutaa fi Amantiin Gargar bahees hin beeku. Jidduu kana Namoota Faallaa Mooraa Oromoo deeman Muraasa Argaa jirra. Jara akkasii sana Warra Maajida Diigaa jiruutu Bobbafate. Kanarratti Mohammed BinAljaziira fi Asladdiin Mohammed Yaada gabaabaa kennatan.

Aslii fi Maammeen Ergamtoota Shimeetif Dhimma Diigamuu Masjidaa Irratti dhugaa himan

Mohammed BinAljaziiraan Oromoon Hundi Tokkuma. Rakkoon Oromo kamuu Mudatu Rakkoo Oromoo Hundaati jedhee Amana. Kanaafuu Namoota Muraasa Faallaa deemuudhaan Diigumsa Masjidaa kana deeggaruu fi jechoota oromoo qoodu fayyadaman,Kanneen Akkawaan Ergama Addaa fudhatanii Yaada Qoodumsaa facaasaa oolaniif dhaamsa Jajjabaa dabarse.

Maammee fi Asliin Dhimma Diigamuu Masjidaa Irratti Ergamtoota shimeetif dhugaa himan

Dhaamsa isaa kanaanis Maammeen Mee yaadadhaa Nuti Oromoon Muslimaa Sababa Tokkummaa Oromoo Tuqa jennuuf Wantoota Amantaan keenya Hin Heyyamne Hojjataa turre jechuun,waa baayyee yaadachiisee,Dhimmi Maajidaa Dhimma Amantaa Akka Tahe hunachiisuun,Kanarratti Mootummaa gaafanne malee Isin Hin gaafanne Nurraa Dhaabadhaa jechuun,Namoota Jechootaan Oromo qoqqoodaniif Gorsa Jabaa dabarseera. Walumaa galatti Asliin waan haasaheefi Maammeen Waan haasahan Linkii Olirra Jiruun Dhaggeeffadhaa yaada keessan Nuuf katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment