Ijoolleen Kaayroo Tuni Oromo Akkuma feete gooti.

Oromoota Biyya Cairo Egypt Jiraatan keessaa Gareen Muraasni Wal tahanii Ummata Oromoo kanaaf Ajandaa Baasuun Beekaman. Arra Ammoo Dubbii Kaffaaloo Tan fakkaattu Anis Ofin Balleessaara Koottaa Jechuun Liivii seenee Obbo Abdii Muktaar Ummataaf Ajandaa yookaan Praankii Hojjatuun Namoota Miskiina Garaa naase. Kan Nama dhibu sana miti.

Makii Oro Yeroo Kijiba Abdii Muktaar Dhugaa fakkeessuf yaaltudha.

Abdiin Livii seenee Akkuma Kaffaaloon Ofi koo galaafadha jedhe Jedhamtee Dubbii Akka dhageesse Livii ishee irratti ummataaf himuu Tan Eegalte Makii Oro,Viidiyoo waraabamee taa’u Banuun Ummata Akka Daranuu Miira Keessa seenee dhimmichi Ajandaa Guddaa yookaan dhugaa fakkaatu Gochuuf yaalaa jirti. Yeroo baayyee Ajandaa Hoggaa tolchan Akkaataa kanaan Babaldhisuun Ummataaf Hojii baasan. Kan Nama dhibu Afaanin Ani Ajandaa hin jaaladhu Ni beeytan jechaa kijibuun Goowwota Amanaiisuf Yaaluu isheeti. Ummanni Oromoo Ajandaa Namoota Akkanaa Kana Irraa Of eeguu Akka qabu hubachiisuf Viidiyoo Guutuu Linkii gadii Kanaan Dhiheessineerra.

Akkaataa Ijoolleen Kaayroo Ummata Oromootif Ajandaa itti baaftu Makii Oro dubi Abdi Muktar

Egaa Hordoftoota keenya Viidiyoo guutuu yoo dhaggeeffattan Akkaataa Isaan Itti Ummataaf Ajandaa Baasan kana agartan yookaan Hubattan jedheen amana. Waan hundaafuu Yaada keessan Nuuf katabaa Ulfaadhaa galatoomaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment