Kutaa 35ffaa Makiin Raachuun Carra Qabeessa Jechuun Dubbatte. Jaalalti Taphaa Kan Makii Oro fi Raachuu Gidduu Amma Dhugaa Taheera. Makiinis Raachuuf Kennaa Ergiteef. Raachuunis Kennaa Ergeef.

Osoodhuma Akka Taphaatti Ummataaf Ajandaa Uuman Jaalalti isaanii Gama Lachurraahu Diigumsa Jabaa Uumuun Amma Dhugaa Taheera. Kan Asirratti Odeeffamu Caalaa Odeeffannoon Arganne Tokko tokko Dubbiin isaanii Tapha Bira Dabree Gara Walfuudhutti Akka Cehaa jiru Namni Itti dhiheenyaan Jara Lachuu Beeku tokko Dubbateera. Sochiin Maatii wal barsiisuu Gaggeeffamuun Ramadaana Kana Keessa Taateen wahii Tokko Gidduu Maatii isaanitti dubbatamuus keessa beekaan tokko Hasaaseera. Egaa Tapha Dhiisaa Dhugaan Nu garaiisaan Haasaha Deeggartoota isaaniiti.
Maarree Dhugaan Ummata Kanaaf Ifa Godhaatii Nikaa Hidhadhaa Isiniin Jenna. Dabalataan Odeeffannoo Guutuu Ragaan Deeggarame Isin biraan geenya Jennee Abdii qabna. Hammasiifuu Nagahaan Nuuf Turaa Horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia