Osoo Si tahee Maal Goota? Mubee fi Haadha Faaxee

Shamarree Takka Jaalattee Erga Yeroo dheeraa Jaalalaan Walitti Haasahaa Turtee,Gaafa Bultii Jaarrattu Akka Tasaa Intalli Dubrummaan qaba jettee si sobaa baate Yoo Dubrummaa hin qabaanne Miira Akkamiitin Ishee dubbifta? Garuu intalli Sababa Dubrummaa Dhabdeefbqabdi

Suuraan Mubaarak Musammaa Fi Haadha Faaxeeti

Tapha Gabaabaa Haadha Faaxee fi Mubaarak Musammaa gidduu kanaan Mubeen Haadha Faaxee Gaafi Gaafata. Haati Faaxee Akka Haadha Warraa taate Isaan haasofti. Mubeen Bara dheeraa Dubrummaa Akka Qabdu Naaf Himaa turte,Har’a Dubrummaan Kee suni eessa dhaqeree jechuun Haadha faaxee gaafata. Haati faaxee Himuu sodaatun Mudannoo wahii akka ishee mudatee ture dubbatti. Lakkii Ani Soba kee naaf hin dabalin jechuun Mubeen Dubbii Haadha faaxee qeebaluu dida. Tahullee garuu Amansiisuuf yaalaa jirti.

Osoo Si tahee Maal Goota? Mubee fi Haadha Faaxee

Yeroo tahe wahii Gurbaan Tokko Akkamalee Na godhe jechuun Taatee Mudannoo sanii mubeef himuu eegalti. Warri Isaani Mana Baabura Midhaanii Akka Ishee ergan Himtiif. Akka tasaa Gurbaan Isheen hin beeyne Harka Isherra kaayatuu qofa yaadatti. Sana Booda Erguma Dubrummaa dhabde akka of agarte himti. Mudannoo Kana Dhossitee Erga Nama Jaalattutti heerumtee booda Sanuu Erga Inni Gaafate Yoo himteef Abbaan Warraa kuni Intala tana ni Hiikamoo Waliin jiraata? Osoo Isin tahee Maal gootan? Yaada keessan Nuuf katabaa Galatoomaa Ulfaadhaa Horaa Bulaa deebanaa #unitedOromia

Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment