Haadha Faaxee Jechuun Namoonni Tan Waamufi Aayyoo Dhungoo Jedhanii tan Maqaa Masoo itti baasan Arra Baasan baasaa Raachuu Nati Dhiisaa jechaa jirti. Dhaadannoo Guyyaa Arraa Dhageessifteenis Misaa’ila Dhungoo Kan Duraan Darbachaa turte Raachurratti Darbachuun Haleeluun dhagahame (Tapha)

Haati Faaxee Safuufi Jinnii Takkaa Hin dhageenye. Misaa’ila Dhungoo Kan Ji’oota Muraasa Dura Dhiirota Baayyetti Roobsitee Garii isaanii Madeessiteenii turte,Guyyaa Kaleessaa Irraa Jalqabdee Darbachuu eegaltee jirti. Yaalii Dhugoo Kaleessaatin Mubarak Musammaa Irratti milkaahuu erga Hubatteen booda,Fedhiin Misaa’ilicha Darbachuuf qabdu waan dabale fakkaata. Guyyaa Arraa Ija dunuufattee Misaa’ilicha Darbatteen Biyya Ethiopia Kan jiraatu Raachuu Haleeltee jirti. 😂 Makiin Sin dhagahin jechuun Rachuun Haadha faaxee Akeekkachiisuuf yaalu kee garuu tasuma Hin dhageessu.
Gosoota Misaa’ila Dhungoo Kanneen Kana dura Darbataa turterraa adda kan tahe Dhungoo zabanaawii Raachee Tasfaayeetti Darbatteen Hidhii Raachuu Madeessuu Hin Ooltu jechuun Namoonni Itti dhiheenyaan Oduu Kana Hordofaa turan Gabaasurratti argamu. Haati Faaxee Baasa baafte kana Likii gubbarra Jiruun Dhaggeeffadhaa Ittiin Booharaa Yaada keessan Nuuf Katabaa Galatoomaa Ulfaadhaa horaa Bulaa deebanaa. #UnitedOromia