Abbootiin Amantaa Sinoodosii Oromia Hidhaman Hiikamuu

Adeemsi Manni Amantaa Ortodoksii Ethiopia itti Adeemaa jiru Kan Waliigaltee Keenya Sinoodosii Oromia Faallessuudha jechuun Abbootiin Amantaa Ortodoksii Oromia Bakkoota Gargaraa irraa walitti Dhufuudhaan Waltajjii Dhimma Faallaa Sinoodosii Oromia Kan Manni Amantaa Ortodoksii Ethiopia itti jiru kanarratti Waltajii taa’anii Ibsallee baasan.

Waltajjii Abboota Amantaa Ortodoksii Oromia irraa walitti dhufuun Burraayyutti taasisan.

Waltajjiin taa’amee Guyyaa itti Aanutti Bakka Buutonni Sinodosii Oromiatin filaman Magaalaa Burraayyutti Hidhaman. Sababuma Kanaan Magaala qeellam Wallaggaa fi Naqamtee keessatti Hiriirri guddaan Bahamee Mormii dhageessisan. Mormii kanarratti Dhadannoo Abboota Keenya Hiitan Hiikaa jedhuufi kan biroos dhageessisan. Linkii gadirraa agartan kanarraa Guutuu isaa dhaggeeffadhaa waliin gahaa

Abbootiin Amantaa Ortodoksii Oromia Burraayyutti hidhamanii turan hiikamuu fi Maalif Hidhaman?

Gabaasa Isaa eenyuun Akka Hidhamanii fi Maalif Akka Hidhaman Sinoodosiin Oromia Akkuma ibsa baasen guutuu isaa Isin biraan geenya galatoomaa Ulfaadhaa waliin gahaa

Eenyutu Abbootii Amantaa Ortodoksii Oromia Burraayyutti hidha maalif hidhaman?
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment