
Asladdiin Mohammed yookaan Aslii Onnee Saba Oromoo fi Raachuun Seenaa Bara Jireenya isaanii keessatti Mudannoo Isaan Mudaterraa Ummatatti himuun Ummata kofalchiisan
Akka Asliin Mudannoo isaa Ummataaf Himutti Intala Jaalataa Ture takkaaf Teephii isaa fuudhee kenneef. Ergasii Gara Saudi Arabia biraa deemee Waggaa Muraasa Yookaan Waggaa sadii Biyya Arabaatti Ishee Osoo yaadu dabarse. Turtii Waggaa sadii booda gara biyyaatti deebi’e Intala Miilli ishee babbaqaqe tan Shunkurtaa Gurgurataa Oolte Magaalarraa Harree Oofaa Galaa jirtu arge. Ishee tahuu amanuu didee fuula dura bahee Ija keessa ilaallan isheedhuma. Asliin waan godhu wallaalee taa’ee boohaa akka tureefi intalli inni jaalatu erga Waggaa saditti haadha ilmaanii taate dhiisee gara Adaamaa Osoo boohu akka deeme himuu fi kan biroos linkii olii irraa dhaggeeffadhaa Ittiin booharaa
