Makii fi raachuun walmararfatan kutaa 30ffaa

Taphani Jaalalaa Kan Dhugaa moo sobaan Addaan namaaf bahuu dide Makii Oro fi Raachuu Gidduu Akkuma itti fufetti jira.

Makii Oro fi Raachuu

Ijoolleen tuni lameenuu Waan wal jaalatan haa fakkaatan malee Jaalala dhugaa miti jechuun Namoonni Waa’ee isaanii sirritti beeku ni dubbatu. Deeggartoonni isaanii ammoo Namoota Jaalala dhugaa miti jedhee yaada kaasu yoo argan Shimalaan haleeluu yaalu. Makii fi Raachuun Jaalala Dhugaa waliif qabaatanillee Tan Abbaa Warraa fi Haadha warraa waliif tahan sana miti. Fedhiin isaanii Maqaa jaalalaatin Ummata taa’ee isaan daawwatu qabaachudha. Yoo akkas hin tahin Ummanni Geema isaan taphachuun Galii argatan kana Dhufanii taa’anii hin daawwataniif sababa kanarraa ka’een Akka waan wal jaalatanii fakkeessuun ummata qabataa jiran malee Jaalala Dhugaa Onneerraa wal jaalatan sana akka hin taane isaanuu Yeroo garagaraatti dubbataniiru.

Makii fi Raachuu kutaa 30ffaa Jaalala Taphaa dhugaa fakkaatu
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment