Oromoo drama Haala Dargaggoonni Jaartii qabne keessa jiran

Dramaa Afaan Oromoo gabaabaa Kanaan Haala Dargaggoota Keenya Isaanowwan Jaartii Hin qabnee,kanneen Shamarran Bilbilaan janajananii Irratti Haala qabatamaa fi Dhugaa ofkeessaa qabu Dargaggoo Abduse serbia Comedy Gabaabaa Dorgommii Sagantaa Hiriyaa Jaalalaa Irratti dhiheesse kanaan Dhossaa Dargaggoota keenyaa Baase

Dargaggoo Abdusee serbia Komedy Sagantaa Hiriyaa Jaalalaa Irratti dhiheesse

Eegaa Abduseen Drama kana keessatti Dubartoota Lama janajjanaa ture. Yeroo Ishee takkaan Baayyee si jaalaladha Deemii Rafi jedhee gargar bahu,ishee kaanif bilbilee Harmee koottu ammuma Naan haasahaa ture jechuun ishee lammadaa yeroo sobuu fi Nagahatti jedheenii erga rafee booda Shamarri Janajjanaa ture Manaabaan itti dhuftee Rakkisaanii turte. Boraatii Hammatee waan ishee waliin jiru of sehee boraatii dhungataa ture. Boodarra yeroo hirribaa dammaqu Akka Boraatii dhungataa ture ofbaree Uuy jechaa Jinjanaan kuni na miidheera fuudhuun qaba ofiin jedhaa ture Drama Gabaabaa kana Linkiin Isa jala jiru kanaadha daawwadhaa Ittiin booharaa

Makii Oro, Obbo Haroo fu’aad Biyaa fi Abduseedha suuraan

Ergaa Guddaa Namoota Shamarran Baayyee janajanuuf dabarse Dhaggeeffadhaa waliin gahaa galatoomaa

Funny Oromoo drama Dargaggoota Jaartii Hin qabne Haala Mudannoo isaanii kan agarsiisudha
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment