Jaalalti Akka taphaatti Makii Oro fi Raachuu gidduutti Osoo Tiktok irraa geema taphatan eegale. Turtii Muraasa booda Jaalalti isaanii Bifa geeddaruun Miira Daawwattoota Isaanii Hawwataa dhufe. Baayyeen Jaalattoota isaanii vediyoo isaanii Guuranii Jaalalloota Lamaan jechuun Faffacaasuu eegale. Irra baayyeen Namootaa Jaalalti Jara kana Kamaan gidduu jiru dhugaadha jechuun Guyyaa cidhasaanii qalbii keessatti Hawwaa Eeggachaa turan.

Akka Namoonni Gariin jedhanitti Jaalalloota Osoo hin tahi Ijoolleen tun Ummata Burjaajessuuf Akkana godhataa jiran jechuun yaada irratti kaasan. Tahullee garuu Taphani isaanii dhawaatuma guyyaan tokko dabree kan biraa dhufuun Miira Namootaa Baayyee Hawwataa fi Jaalala dhugaa fakkaachaa dhufe. Akka Makii oro fi Raachuun Dubbatanitti Taphni Nuti Asirraa goonu kuni jireenya keenya garafuuladuraa miidhaa jira sababa jedhuun dhiifama nuti ni taphanna dhugaan walin jaalannu jechuun Daawwattoota isaanii Hamilee muran.

Ammaan kana erga yeroo dheeraaf gargar badanii booda Sababa Addaan badanii turaniif Yeroo himan Marii keessotti goonutu ture marii sana xumurree jirra jechuun Bifa miira jaalalaatin guutameen deebi’anii daawwattoota isaanii Kanneen Abdii muranitti Hamilee horatuuf tattaaffataa jiran. Linkii gaditti agartan kanaan Akkaataa Chaaynaala keenya Unitedoromia Irratti Kutaadhaan tapha isaanii kana isiniif dhiheessaa turreen Kan Arraa kanas kutaa 27ffaa isaa itti aansinee isiniif dhiheessineerra. Dhaggeeffadhaa yaada keessan katabaa waliifis dabarsaa Galatoomaa Oromoo