Kamaal Abdallaa Jedhama. Nama Oromoof Ajandaa Baasun Sadarkaa Duraatti argamu tahuu Ummanni Oromoo Ragaa baha. Sababaa inni Ajandaa Baasuu Jaalatuuf Namni Hubate hin jiru. Haa tahuu malee Gaafa Dhimmi Ummataa Dubbatamuu eegaluu fi Oromoon Saba Isaatif Sagalee tahuu jalqabu qofa Ajandaa Tolchee dhufa. Ajandaa isaa Namoota beekkamtii qabaniifi kanneen hin qabnes Irratti hirmaatuun yeroo garii Manguddummaa jedhee olii fi gadi deemaan Yeroo garii isuma kana Kadhatuuf Ajandaa biraa baasan. Kunis taheesun Obbo Kamaal Abdallaa Namni jedhamu kun Osoo dhukkubsatuu hunda Tiktok seenun Ajandaa ummataaf tolcha.


Walumaa Galatti Dhimma Linkii isaa gaditti agartan kanaan Sababa inni Ajandaa jidduu kana Oromoof Irra deddeebin baasufi Maalif Akka Mubaarak Musammaa Irratti duula bane Akkasuma Tapha Gabaabaa Makii Oro waliin taasise kana Ittiin Booharaa. Dhimma Kadhattuu fi Rakkataa jedhus hiika isaa Video linkii jalarra jirurraa hubattu Dhaggeeffadhaa waliin gahaa galatoomaa
Turtii Kofalchiisaa Garalaafoo fi She kamaal waliin Dhimma sadaqaa irratti taasifnee fi Tapha Gabaabaa Gorsa ofkeessaa qabu Kan Kamaal Abdallaa Makii Oro waliin taasise dhaggeeffadhaa Ergaa qaba waan taheef waliin gahaa galatoomaa
https://youtu.be/jfMmfR97hcc
