Makii Oro fi Raachuun Dhuguma Wal jaalatu fakkaatu

Namoonni Baayyeen Makii Oro fi Raachuun waan qoosaa jiran fakkaatu jechuun Yeroo baayyee Yaada kaasuun qoosaa turan. Haa tahuu malee Dubbiin Akkas miti fakkaata. Jidduu kana gargar fagaatanii Namoonni Isaan jaalatu baayyee isaan yaadaa turan. Eda galgala Marii Gabaabaa Taasisan kanaan Akka Jaalala dhugaa keessa jiran takkatti yeroo wal qaanfachaa Jechoota jaalalaatin Wal dubbisantu dhagahame Guutuu haasaha isaanii Linkii Jalaa kanaan Dhaggeeffadhaa yaada keessan Nuuf katabaa galatoomaa.
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment