Sagantaa Bashannanaa Funny Oromoo Comed Hiriyaa Jaalalaatin

Akkuma Taphaatti Eegalame Amma Ummata Keenya Biratti Jaalatama Guddaa Argateera.
Sagantaan Hiriyaa Jaalalaa Namoota Dandeettii Comedy Hojjatuun Namoota Kofalchiisan Yoo Injifatan Kan Badhaasa Itti Badhaasudha.

Qopheessaa fi Hirmaachisaan Sagantichaa Obbo Haroo Yoo Tahu Akka Obbo Haroon Jedhanitti Sagantaa kanaan Ummata Keenya Namoota Kofalchiisuu Dandahan Dorgomsiisee Nama Injifate Badhaasa Doolaara Dhibba Lamarraa Hanga Kumaa Badhaasuu Dabdaha jedhe.

Oromoon Yeroo baayyee Boohuu Malee Kofluu Irraanfate waan taheef Ummanni Keenya Akka Bioharu Akka Koflaan Guyyaa Sanbata Guddaa Galgala Yeroo isaa nuwaliin Dabasuu fi Carraa kanatti Fayyadamnee Artiin Oromoo akka guddatuuf Maqaa Hiriyaa Jaalalaatin Qophii kana hundeessine jechuun Dubbate.
Sagantaa Kana Hundi keessan Akka hirmaattanii Ittiin Booharaa Artii Oromoo Guddisurratti Hojjattan Afeeramtanii Jirtan Itti dhihaadhaa Boohartii gaarii waliif dabarsaa Galatoomaa Oromoo https://youtu.be/KObaf1jw8rs

Video Amma Linkii Kanarraa Agartan Sagantaa Guyyaa Kaleessaa ture. Namoota Dabdeettii Comedy Hojjatuun Ummata Tajaajilaa bashannansiisuu dandahu hundi keessan Sagantaa kanarratti dorgumuu akka dandeessan Obbo Haroon Yeroo garagaraatti Ibsa kenneera. Kanaafuu Hirmaadhaa Hiriyoottan keessaniifis dabarsuun hirmaachisaa isiniin jenna galatoomaa Ulfaadhaa Unitedoromia
Kutaa Kanaan Qophii Guutuu Gaafa Sanii Daawwattu Oromoo Comedy Kanaan Booharaa Yaada keessanis nuuf katabaa galatoomaa Oromoo
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment