Ani Farshoo Dhugeen Amane malee jaaladhee miti jette

Maqaan Ishee Freew jedhamti. Dhiheenya Amantaa Muslimaa Akka qabattee turtee fi Maqaa Hidaayaa jedhamus akka kennameef himuun rakkina Amantaa ishee geeddarteefis Himataa turte. Amma garuu Farshoo Dhugeen Osoon hin beekin Amantaa Muslimaa seenee ganama Biyya haarawattin uf arge jechuun dubbatti
Haa tahuu malee haalli ture Ajandaaf akka tahe xiinxaltoonni dubbatu Yaada Isheen kennataa turte linkii gubbarra jiru kanaan daballee dhiheessineerra Obsaan Dhaggeeffadhaa waliin gahaa Galatoomaa Oromoo koo isin jaalanna Unitedoromia
Unknown's avatar

Author: United Oromia

United Oromia is an Oromian Online Entertainment video creator.

Leave a comment